Simple Things you can do to Help Your Child Learn at Home

The following tips explain simple things you can do to help/ encourage your child to read, learn and succeed.  Let your child know you believe in him or her.  Talk, sing and read with your child.  Involve your extended family.  Ask all people who care about your child aunts, uncles, grandparents, …

Simple Things you can do to Help Your Child Learn at Home Read More »

Jechoota Hayyoota Addunyaa

1. Namoonni hedduu gorsa yoo fudhatan iyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa (Thomas Takias) 2. Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i. (Ingilizii) 3. Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama (WiiliyaamShekispiir) 4. Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuu dha. (MaaksimTroobey) 5. Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa …

Jechoota Hayyoota Addunyaa Read More »

“የነገ ተስፋ”

የነገ ተስፋ የዛሬዋ ፍሬ፣ ለወገን ደራሽ ጠቃሚ ለሀገሬ፡፡ በእውቀት የበለፀኩ፣ በምግባር የታነፅኩ፣ ጠንክሬ የምማር፣ ሁሉን የማክበር፤ ታማኝ ለአቋሜ፣ ለወደፊት ህልሜ፣ እኔ ነኝ ተማሪው የቦርያድ ክብር፣ የህልሜ እውኑ የሚታይ በተግባር፣ አቅፋ የያዘችኝ እንደ እናት እንደ ሀገር፡፡ መ/ር ሰለሞን አምባቸው በድጋሚ የተወሰደ

Mammaaksa

1 “Waan dhufu hin beekani, saree tana akaayii barsiisaa” jedhe jaarsi. 2 “Gama sanaa garbuun asheete” jennaan, “warra sodaanne malee yoom argaa dhabne” jedhe jaldeessi. 3 Dhugaa waaqa hin dhoksan, qullaa lafa hin dhoksan. 4 Korma dhugaan booratu, biyyeen ija hin buutu. 5 Roobiin galaana keessaa bahee, fixeensa arraaba. 6 “Aannan banaa dhiisanii hattuu namaan …

Mammaaksa Read More »

Benefit of Parent-teacher relationships

Parent-teacher relationships benefit three groups: parents, students, and teachers. Parents benefit by gaining ideas from teachers on how to support their children’s education, becoming more comfortable in the school environment, and feeling more confident in their parenting skills. They are also more likely to continue their own education. Students benefit from increased motivation, improved behavior, …

Benefit of Parent-teacher relationships Read More »

Daa’imman Madda Gammachuuti

Sagaleen dhageenyu Kanneen alaaf keessaa Asii fi achi dabsee Qilleensatu baatee Gurratti nu geessa Kan gameessaati moo Uumamatu fuudhee Daa’imman fakkeessaa Daa’ima yoo jennu Dhiira yookiin dhalaa Kan koo qofa miti Kan nama hunda maraa Qulqulluu uumamaa Baay’adhaa dhaladhaa Daa’imoota keenyaa Yaa madda jaalalaa Daba kan hin beekne Hamaa kan hin yaadne Taphaaf kolfa malee …

Daa’imman Madda Gammachuuti Read More »

ፊደል

መሰላል ነው ፊደል ተራራ መዝለቂያ፣ ከስምጥ የመለየት የጨለማ ማብቂያ፡፡ ድልድይ ነው ፊደል ወንዝ መሻገሪያ፣ ከበርባኖስ ጥቁረት ብርሃን መጭለፊያ የፊደል ገበታ የቆጠርኩኝ ለታ፣ የዓለማት ጥቁረት መግነዙ ተፈታ፡፡ መማር ነው ቀመሩ ፊደል ነው ድልድይ፣ ጥቁረትን ለጠሉ፣ ትናንት ላይ ቆመው የሩቁን ለሚያዩ፡፡ ያለማወቅ ፅልመት ጉልበቱ ሚሰበር፣ በፊደል ብርሃን ነው ሞቱ የሚበሰር፡፡ እንማማር ዛሬ እንማማር ነገ፣ ትምህርት ነው ሀገር …

ፊደል Read More »

Scroll to Top